1/2
GORSA AFURTAMA KAN ITTIIN MANA SIRREESSAN screenshot 0
GORSA AFURTAMA KAN ITTIIN MANA SIRREESSAN screenshot 1
GORSA AFURTAMA KAN ITTIIN MANA SIRREESSAN Icon

GORSA AFURTAMA KAN ITTIIN MANA SIRREESSAN

Ethiomapps
Trustable Ranking IconTrusted
1K+Downloads
16MBSize
Android Version Icon4.4 - 4.4.4+
Android Version
6.0(02-06-2022)Latest version
-
(0 Reviews)
Age ratingPEGI-3
Download
DetailsReviewsVersionsInfo
1/2

Description of GORSA AFURTAMA KAN ITTIIN MANA SIRREESSAN

"Namoonni baay’een ani beeku jireenyi maatii isaanii sababa xixiqqoodhaan diigameen arga. Sababni xixiqqoon kun akkamitti jireenya maatii kabajamaa kana akka kanatti diiga jechuun baay’ee natti dhaga’ama ture. Sababni isaa maali jechuu yeroon gadi fageenyaan yaadu inni guddaan maatiin sun kan sodaa Rabbii irratti ijaarame ta’uu dhabuudha. Fakkeenyaaf jalqabuma yeroo gaa’ila isaaniitiin duraa gurbaafi intalli karaa Rabbiin dhorge baay’ee irratti wal qunnamu. Yeroo nikaan hidhamus wantoota sharii’aa faallessan lakkoofsa hin qabnetu raawwatama. Inni guyyaa cidhaa immoo waan dubbatamee dhumuu miti. Akka Sheekhni tokko jedhanitti sharii’aan ummata keenya biratti kan inni hojiirra oolu hanga guyyaan cidhaatiifi du’aa dhufutti. Yeroo ciini dhufe ajajni Rabbii hunduu diigamee wanti Rabbiin hin jaallanne hunduu hojjatama. Muuziiqaan, isheen heerumtu qullaa manaa bahuun, marii (miizee) jedhanii warra fira hin taane fira fakkeessanii ajaja Rabbii diiguun, bosona adda addaa deemanii waan Rabbiin jibbu meeqaatama achitti dalaguun, qarshiin hammana hin jedhamne achitti gubamee dhumuun, yaa Allaah isa kamin dubbadhee isa kam dhiisa! Yaa Ummata Islaamaa Rabbiin isinitti haa ta’u! Garuu silaa yaa ummata keenya yeroo gammachuu Rabbiin yaadannaan Rabbiinis guyyaa rakkoo keenyaa nu yaadata ture. Mee ummanni guyyaa har’a wal fuudhu badii heddu irratti wal qunname akkamumatti jireenyi isaa fuulduraa milkaa’aa ta’a? Wallaahii jireenya haara galfiifi boqonnaa ta’uu hin danda’u. Kun tasumaa hin yaadamu. Kun mindaa wal madaaluu miti. Mindaan wal madaalu warra ajaja Rabbii irraa gara gale Rabbiin jireenya dhiphoo isa jiraachisuudha. Yoo irra keessi isaa gaarii fakkaatee mul’atellee keessi isaa yoomuu gaarii hin ta’u. " barressaa kitaabicha. Waluma galattii gorsonni afurtaman mana keenyaa haala sharia'aan Islaama jallatuu fi gargarsa Rabbittiin rakkoolee dangaa Rabii darbuun dhufaan ofirraa maqsuuf nugargaara. Galatani guddaan kan Rabbii tokkichaa yeroo ta'uu barressaa keeny Gaaliis Rabbii si irraa haqebalu jechaa, Islam House fi hunda keenyaaf Du'aii nuuf godha.

GORSA AFURTAMA KAN ITTIIN MANA SIRREESSAN - Version 6.0

(02-06-2022)
Other versions
What's newGorsii hanga 40 ittii deebie jiraa

There are no reviews or ratings yet! To leave the first one please

-
0 Reviews
5
4
3
2
1

GORSA AFURTAMA KAN ITTIIN MANA SIRREESSAN - APK Information

APK Version: 6.0Package: com.ethiomapps.bultiimana
Android compatability: 4.4 - 4.4.4+ (KitKat)
Developer:EthiomappsPermissions:9
Name: GORSA AFURTAMA KAN ITTIIN MANA SIRREESSANSize: 16 MBDownloads: 0Version : 6.0Release Date: 2022-06-02 15:55:02Min Screen: SMALLSupported CPU:
Package ID: com.ethiomapps.bultiimanaSHA1 Signature: 04:A9:9D:37:71:C6:0B:90:83:10:3C:C8:06:DB:32:1F:CF:D8:88:5BDeveloper (CN): AndroidOrganization (O): Google Inc.Local (L): Mountain ViewCountry (C): USState/City (ST): CaliforniaPackage ID: com.ethiomapps.bultiimanaSHA1 Signature: 04:A9:9D:37:71:C6:0B:90:83:10:3C:C8:06:DB:32:1F:CF:D8:88:5BDeveloper (CN): AndroidOrganization (O): Google Inc.Local (L): Mountain ViewCountry (C): USState/City (ST): California

Latest Version of GORSA AFURTAMA KAN ITTIIN MANA SIRREESSAN

6.0Trust Icon Versions
2/6/2022
0 downloads16 MB Size
Download